Surah Al-Fajr الفجر
30 verses · Mecca · revelation order 10
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ وَٱلْفَجْرِ
Oromo Translation - Gali AbaborBariinin (kakadha).
See all translations of this verse →
وَلَيَالٍ عَشْرٍ
Oromo Translation - Gali AbaborHalkan kurnaniinis,
See all translations of this verse →
وَٱلشَّفْعِ وَٱلْوَتْرِ
Oromo Translation - Gali AbaborCimdiifi qarattis;
See all translations of this verse →
وَٱلَّيْلِ إِذَا يَسْرِ
Oromo Translation - Gali AbaborHalkanittis; yeroo inni deeme.
See all translations of this verse →
هَلْ فِى ذَٰلِكَ قَسَمٌ لِّذِى حِجْرٍ
Oromo Translation - Gali AbaborSila sana keessa abbootii sammuutiif kakuun quubsaan hin jiruu? (ni jira)!
See all translations of this verse →
أَلَمْ تَرَ كَيْفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِعَادٍ
Oromo Translation - Gali AbaborSila akkam akka Gooftaan kee Aaditti hojjate hin arginee?
See all translations of this verse →
إِرَمَ ذَاتِ ٱلْعِمَادِ
Oromo Translation - Gali AbaborIramiin warra dhedheerootti,
See all translations of this verse →
ٱلَّتِى لَمْ يُخْلَقْ مِثْلُهَا فِى ٱلْبِلَٰدِ
Oromo Translation - Gali AbaborIshee fakkiin ishee biyyoota keessatti hin uumamin san.
See all translations of this verse →
وَثَمُودَ ٱلَّذِينَ جَابُوا۟ ٱلصَّخْرَ بِٱلْوَادِ
Oromo Translation - Gali AbaborSamuudittis warra laga (Hijri) keessatti dhagaa uran (mana irraa tolfatan).
See all translations of this verse →
وَفِرْعَوْنَ ذِى ٱلْأَوْتَادِ
Oromo Translation - Gali AbaborFir'awniinis abbaa shikaalaatti;
See all translations of this verse →
ٱلَّذِينَ طَغَوْا۟ فِى ٱلْبِلَٰدِ
Oromo Translation - Gali AbaborIsaan biyyoota keessatti daangaa dabran.
See all translations of this verse →
فَأَكْثَرُوا۟ فِيهَا ٱلْفَسَادَ
Oromo Translation - Gali AbaborKan ishee keessatti badii baay'isan.
See all translations of this verse →
فَصَبَّ عَلَيْهِمْ رَبُّكَ سَوْطَ عَذَابٍ
Oromo Translation - Gali AbaborGooftaan kee akaakuu adabbii isaan irratti buuse.
See all translations of this verse →
إِنَّ رَبَّكَ لَبِٱلْمِرْصَادِ
Oromo Translation - Gali AbaborGooftaan kee keellatti tahaadha.
See all translations of this verse →
فَأَمَّا ٱلْإِنسَٰنُ إِذَا مَا ٱبْتَلَىٰهُ رَبُّهُۥ فَأَكْرَمَهُۥ وَنَعَّمَهُۥ فَيَقُولُ رَبِّىٓ أَكْرَمَنِ
Oromo Translation - Gali AbaborAmmoo Namni yeroo gooftaan isaa isa qorate, isa kabajee, isa qanansiise nijedha “Gooftaan kiyya na kabaje”.
See all translations of this verse →
وَأَمَّآ إِذَا مَا ٱبْتَلَىٰهُ فَقَدَرَ عَلَيْهِ رِزْقَهُۥ فَيَقُولُ رَبِّىٓ أَهَٰنَنِ
Oromo Translation - Gali AbaborYeroo inni hiree isaa itti xiqqeessee isa qorate immoo “Gooftaan kiyya na xiqqeesse” jedha.
See all translations of this verse →
كَلَّا بَل لَّا تُكْرِمُونَ ٱلْيَتِيمَ
Oromo Translation - Gali AbaborHaa dhorgamu! Dhugumatti, isin yatiima hin kabajjan.
See all translations of this verse →
وَلَا تَحَٰٓضُّونَ عَلَىٰ طَعَامِ ٱلْمِسْكِينِ
Oromo Translation - Gali AbaborHiyyeessa nyaachisuu irrattis hin kakaaftan.
See all translations of this verse →
وَتَأْكُلُونَ ٱلتُّرَاثَ أَكْلًا لَّمًّا
Oromo Translation - Gali AbaborQabeenya dhaalaa, nyaata [halaalaafi haraama] walitti qabate nyaattu.
See all translations of this verse →
وَتُحِبُّونَ ٱلْمَالَ حُبًّا جَمًّا
Oromo Translation - Gali AbaborJaalala baay’ee qabeenya jaalattu.
See all translations of this verse →
كَلَّآ إِذَا دُكَّتِ ٱلْأَرْضُ دَكًّا دَكًّا
Oromo Translation - Gali AbaborDhorgamaa! Yeroo dachiin waliin dhawamiinsa jabaa waliin dhawamte.
See all translations of this verse →
وَجَآءَ رَبُّكَ وَٱلْمَلَكُ صَفًّا صَفًّا
Oromo Translation - Gali Ababor(Yeroo) Gooftaan kee dhufee maleykonnis hiriira hiriiran [dhufan].
See all translations of this verse →
وَجِا۟ىٓءَ يَوْمَئِذٍۭ بِجَهَنَّمَ يَوْمَئِذٍ يَتَذَكَّرُ ٱلْإِنسَٰنُ وَأَنَّىٰ لَهُ ٱلذِّكْرَىٰ
Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa san jahannamis ni fidama Guyyaa san namni ni yaadata Yaadannoon (guyyaa sanii) maal isaaf godha ree?
See all translations of this verse →
يَقُولُ يَٰلَيْتَنِى قَدَّمْتُ لِحَيَاتِى
Oromo Translation - Gali AbaborNi jedha: "odoon jiruu kiyyaaf dabarfadheen hawwa."
See all translations of this verse →
فَيَوْمَئِذٍ لَّا يُعَذِّبُ عَذَابَهُۥٓ أَحَدٌ
Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa san adabbii Isaa eenyunuu hin adabu.
See all translations of this verse →
وَلَا يُوثِقُ وَثَاقَهُۥٓ أَحَدٌ
Oromo Translation - Gali AbaborHidhaa Isaas eenyunuu hin hidhu.
See all translations of this verse →
يَٰٓأَيَّتُهَا ٱلنَّفْسُ ٱلْمُطْمَئِنَّةُ
Oromo Translation - Gali Ababor“Ati Yaa lubbuu tasgabbooftuu!
See all translations of this verse →
ٱرْجِعِىٓ إِلَىٰ رَبِّكِ رَاضِيَةً مَّرْضِيَّةً
Oromo Translation - Gali AbaborGara Gooftaa keetii deebi'i Jaallatuu, jaallatamtuu tahaadhaa .
See all translations of this verse →
فَٱدْخُلِى فِى عِبَٰدِى
Oromo Translation - Gali AbaborGabroota kiyya keessas seeni.
See all translations of this verse →
وَٱدْخُلِى جَنَّتِى
Oromo Translation - Gali AbaborJannata kiyyas seeni” (jedhamti)
See all translations of this verse →
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
→