caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Balad البلد

20 verses · Mecca · revelation order 35

بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ لَآ أُقْسِمُ بِهَٰذَا ٱلْبَلَدِ

Oromo Translation - Gali AbaborMiti Biyya (Makkaa) kanaanin kakadha.

See all translations of this verse →

وَأَنتَ حِلٌّۢ بِهَٰذَا ٱلْبَلَدِ

Oromo Translation - Gali AbaborAti biyyia kana qubataadha.

See all translations of this verse →

وَوَالِدٍ وَمَا وَلَدَ

Oromo Translation - Gali AbaborAbbaafi waan inni dhaleenis (nan kakadha).

See all translations of this verse →

لَقَدْ خَلَقْنَا ٱلْإِنسَٰنَ فِى كَبَدٍ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, Nuti nama cinqii[] keessatti uumne.

See all translations of this verse →

أَيَحْسَبُ أَن لَّن يَقْدِرَ عَلَيْهِ أَحَدٌ

Oromo Translation - Gali AbaborSila inni tokkolleen isa irratti hin danda'uu yaadaa?

See all translations of this verse →

يَقُولُ أَهْلَكْتُ مَالًا لُّبَدًا

Oromo Translation - Gali Ababor“Qabeenya guddaan balleesse" jedha.

See all translations of this verse →

أَيَحْسَبُ أَن لَّمْ يَرَهُۥٓ أَحَدٌ

Oromo Translation - Gali AbaborSila inni tokkolleen isa hin arguu yaadaa?

See all translations of this verse →

أَلَمْ نَجْعَل لَّهُۥ عَيْنَيْنِ

Oromo Translation - Gali AbaborSila Nuti ija lama isaaf hin taasifnee?

See all translations of this verse →

وَلِسَانًا وَشَفَتَيْنِ

Oromo Translation - Gali AbaborArrabaafi hidhii lameenis;

See all translations of this verse →

وَهَدَيْنَٰهُ ٱلنَّجْدَيْنِ

Oromo Translation - Gali AbaborKaraa lama (gaariifi badaa) isaaf ibsine.

See all translations of this verse →

فَلَا ٱقْتَحَمَ ٱلْعَقَبَةَ

Oromo Translation - Gali AbaborSila maaliif tulluu hin dabrine?

See all translations of this verse →

وَمَآ أَدْرَىٰكَ مَا ٱلْعَقَبَةُ

Oromo Translation - Gali AbaborTulluttiin maal akka taate maaltu si beeksise?

See all translations of this verse →

فَكُّ رَقَبَةٍ

Oromo Translation - Gali Ababor(Inni) Gabra bilisoomsuudha.

See all translations of this verse →

أَوْ إِطْعَٰمٌ فِى يَوْمٍ ذِى مَسْغَبَةٍ

Oromo Translation - Gali AbaborYookiin guyyaa beelaa keessa nyaachisuudha.

See all translations of this verse →

يَتِيمًا ذَا مَقْرَبَةٍ

Oromo Translation - Gali AbaborYatiima fira ta’an;

See all translations of this verse →

أَوْ مِسْكِينًا ذَا مَتْرَبَةٍ

Oromo Translation - Gali AbaborYookiin hiyyeessa harkaan lafa qabate (deege).

See all translations of this verse →

ثُمَّ كَانَ مِنَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَتَوَاصَوْا۟ بِٱلصَّبْرِ وَتَوَاصَوْا۟ بِٱلْمَرْحَمَةِ

Oromo Translation - Gali AbaborErgasii warra amananii, obsa waliif dhaamaniifi rahmata waliif dhaaman irraa maaliif hin taane?

See all translations of this verse →

أُو۟لَٰٓئِكَ أَصْحَٰبُ ٱلْمَيْمَنَةِ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan sun warra mirgaati.

See all translations of this verse →

وَٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ بِـَٔايَٰتِنَا هُمْ أَصْحَٰبُ ٱلْمَشْـَٔمَةِ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan keeyyattoota keenyatti kafaran immoo isaan warra bitaati.

See all translations of this verse →

عَلَيْهِمْ نَارٌ مُّؤْصَدَةٌۢ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan irratti ibiddi cufamtuudha.

See all translations of this verse →

Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70