caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Inshiqaaq الإنشقاق

25 verses · Mecca · revelation order 83

بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ إِذَا ٱلسَّمَآءُ ٱنشَقَّتْ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo samiin dhodhoote

See all translations of this verse →

وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ

Oromo Translation - Gali Ababor(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi.

See all translations of this verse →

وَإِذَا ٱلْأَرْضُ مُدَّتْ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo dachiin diriirfamte,

See all translations of this verse →

وَأَلْقَتْ مَا فِيهَا وَتَخَلَّتْ

Oromo Translation - Gali AbaborWaan ishee keessa jiru darbitee, duwwaa taate,

See all translations of this verse →

وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ

Oromo Translation - Gali Ababor(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi.

See all translations of this verse →

يَٰٓأَيُّهَا ٱلْإِنسَٰنُ إِنَّكَ كَادِحٌ إِلَىٰ رَبِّكَ كَدْحًا فَمُلَٰقِيهِ

Oromo Translation - Gali AbaborAti Yaa nama! Ati gara Rabbii keetii (dhaqqabuuf) hojiin laffa'aadha laffa'iinsa, isa qunnamaadhasi.

See all translations of this verse →

فَأَمَّا مَنْ أُوتِىَ كِتَٰبَهُۥ بِيَمِينِهِۦ

Oromo Translation - Gali AbaborNamni kitaaba isaa mirga isaatiin kenname;

See all translations of this verse →

فَسَوْفَ يُحَاسَبُ حِسَابًا يَسِيرًا

Oromo Translation - Gali AbaborQormaata salphaa qoramuuf jira.

See all translations of this verse →

وَيَنقَلِبُ إِلَىٰٓ أَهْلِهِۦ مَسْرُورًا

Oromo Translation - Gali AbaborGammadaa gara maatii isaa deebi’a.

See all translations of this verse →

وَأَمَّا مَنْ أُوتِىَ كِتَٰبَهُۥ وَرَآءَ ظَهْرِهِۦ

Oromo Translation - Gali AbaborNamni kitaaba isaa dugdaisaa duubaan kenname immoo;

See all translations of this verse →

فَسَوْفَ يَدْعُوا۟ ثُبُورًا

Oromo Translation - Gali AbaborBadii yaamuuf jira (Yaa badii tiyya jedhee).

See all translations of this verse →

وَيَصْلَىٰ سَعِيرًا

Oromo Translation - Gali AbaborIbidda boba’aa seena.

See all translations of this verse →

إِنَّهُۥ كَانَ فِىٓ أَهْلِهِۦ مَسْرُورًا

Oromo Translation - Gali AbaborInni maatii isaa keessatti gammadaa ture.

See all translations of this verse →

إِنَّهُۥ ظَنَّ أَن لَّن يَحُورَ

Oromo Translation - Gali AbaborInni (gama Rabbii) hindeebi’uu yaade.

See all translations of this verse →

بَلَىٰٓ إِنَّ رَبَّهُۥ كَانَ بِهِۦ بَصِيرًا

Oromo Translation - Gali AbaborLakki! (ni deebi’a) Gooftaan isaa isa argaadha.

See all translations of this verse →

فَلَآ أُقْسِمُ بِٱلشَّفَقِ

Oromo Translation - Gali AbaborMiti! Diimina galgalaattin kakadha.

See all translations of this verse →

وَٱلَّيْلِ وَمَا وَسَقَ

Oromo Translation - Gali AbaborHalkaniifi waan inni walitti qabeenis (nan kakadha).

See all translations of this verse →

وَٱلْقَمَرِ إِذَا ٱتَّسَقَ

Oromo Translation - Gali AbaborJi'attis yeroo inni guuteenin (kakadha).

See all translations of this verse →

لَتَرْكَبُنَّ طَبَقًا عَن طَبَقٍ

Oromo Translation - Gali AbaborIsin sadarkaa tokko irraa gara sadarkaa biraatti ceetu.

See all translations of this verse →

فَمَا لَهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborMaaltu isaaniif jiraayi hin amanne?

See all translations of this verse →

وَإِذَا قُرِئَ عَلَيْهِمُ ٱلْقُرْءَانُ لَا يَسْجُدُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo Qur'aanni isaan irratti qara'amu hinsujuudan. {1}

See all translations of this verse →

بَلِ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ يُكَذِّبُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumaatti, warri kafaran ni sobsiisu.

See all translations of this verse →

وَٱللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا يُوعُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin beekaa waan isaan (onnee isaanii keessatti) walitti qabaniiti.

See all translations of this verse →

فَبَشِّرْهُم بِعَذَابٍ أَلِيمٍ

Oromo Translation - Gali AbaborAdaba laalessaadhaan isaan gammachiisi.

See all translations of this verse →

إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَعَمِلُوا۟ ٱلصَّٰلِحَٰتِ لَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍۭ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan amananii gaggaarii hojjatan malee isaaniif mindaa hin cinnetu jira.

See all translations of this verse →

Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70