caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Infitaar الإنفطار

19 verses · Mecca · revelation order 82

بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ إِذَا ٱلسَّمَآءُ ٱنفَطَرَتْ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo samiin dhodhoote,

See all translations of this verse →

وَإِذَا ٱلْكَوَاكِبُ ٱنتَثَرَتْ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo urjiiwwan harcaate,,

See all translations of this verse →

وَإِذَا ٱلْبِحَارُ فُجِّرَتْ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo galaanonni walitti makaman,

See all translations of this verse →

وَإِذَا ٱلْقُبُورُ بُعْثِرَتْ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo qabroonni gara gaggalfamtee du’aa ishee keessa jiru ol baafte,

See all translations of this verse →

عَلِمَتْ نَفْسٌ مَّا قَدَّمَتْ وَأَخَّرَتْ

Oromo Translation - Gali Ababor(Yeroo san) lubbuun hundi waan dabarfatte (hojjattee)fi baada aansite ni beekti.

See all translations of this verse →

يَٰٓأَيُّهَا ٱلْإِنسَٰنُ مَا غَرَّكَ بِرَبِّكَ ٱلْكَرِيمِ

Oromo Translation - Gali AbaborAti Yaa nama! Gooftaa kee kan Arjaa ta'etti (amanuu irraa) maaltu si dage?

See all translations of this verse →

ٱلَّذِى خَلَقَكَ فَسَوَّىٰكَ فَعَدَلَكَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsa si uumee, ergasii si guutee, si sirreesse,

See all translations of this verse →

فِىٓ أَىِّ صُورَةٍ مَّا شَآءَ رَكَّبَكَ

Oromo Translation - Gali AbaborBoca fedhe keessatti walitti si qabe (sanarraa maaltu si gowwoomse)?

See all translations of this verse →

كَلَّا بَلْ تُكَذِّبُونَ بِٱلدِّينِ

Oromo Translation - Gali AbaborDhorgamaa! Dhugumatti, guyyaa murtii ni sobsiiftu.

See all translations of this verse →

وَإِنَّ عَلَيْكُمْ لَحَٰفِظِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsin irra to’attootatu jiru.

See all translations of this verse →

كِرَامًا كَٰتِبِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborKabajamoo, barreessitoota kan ta’an.

See all translations of this verse →

يَعْلَمُونَ مَا تَفْعَلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborWaan isin dalagdan ni beeku.

See all translations of this verse →

إِنَّ ٱلْأَبْرَارَ لَفِى نَعِيمٍ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, warri toltuu hojjatan qananii keessa jiraatu

See all translations of this verse →

وَإِنَّ ٱلْفُجَّارَ لَفِى جَحِيمٍ

Oromo Translation - Gali AbaborWarri hamtuu hojjatan immoo ibidda keessa jiraatu.

See all translations of this verse →

يَصْلَوْنَهَا يَوْمَ ٱلدِّينِ

Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa murtii ishee seenu.

See all translations of this verse →

وَمَا هُمْ عَنْهَا بِغَآئِبِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan ishee irraa hin fagaatanu.

See all translations of this verse →

وَمَآ أَدْرَىٰكَ مَا يَوْمُ ٱلدِّينِ

Oromo Translation - Gali AbaborSila guyyaan murtii maal akka ta'e maaltu si beeksise?

See all translations of this verse →

ثُمَّ مَآ أَدْرَىٰكَ مَا يَوْمُ ٱلدِّينِ

Oromo Translation - Gali AbaborErgasii guyyaan murtii maal akka ta'e maaltu si beeksise?

See all translations of this verse →

يَوْمَ لَا تَمْلِكُ نَفْسٌ لِّنَفْسٍ شَيْـًٔا وَٱلْأَمْرُ يَوْمَئِذٍ لِّلَّهِ

Oromo Translation - Gali Ababor(Inni) guyyaa lubbuun takka lubbuu biraatiif homaa gochuu hin dandeenye. Guyyaa san wanti (hundi) kan Rabbiiti.

See all translations of this verse →

Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70