caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah At-Taariq الطارق

17 verses · Mecca · revelation order 36

بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ وَٱلسَّمَآءِ وَٱلطَّارِقِ

Oromo Translation - Gali AbaborSamiifi (urjii) halkan dhufaa ta’eenin (kakadha).

See all translations of this verse →

وَمَآ أَدْرَىٰكَ مَا ٱلطَّارِقُ

Oromo Translation - Gali Ababor(Urjii) halkan dhufaa ta’e maaltu si beeksise?

See all translations of this verse →

ٱلنَّجْمُ ٱلثَّاقِبُ

Oromo Translation - Gali Ababor(Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha.

See all translations of this verse →

إِن كُلُّ نَفْسٍ لَّمَّا عَلَيْهَا حَافِظٌ

Oromo Translation - Gali AbaborLubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu.

See all translations of this verse →

فَلْيَنظُرِ ٱلْإِنسَٰنُ مِمَّ خُلِقَ

Oromo Translation - Gali AbaborNamni maal irraa akka uumame haa ilaalu.

See all translations of this verse →

خُلِقَ مِن مَّآءٍ دَافِقٍ

Oromo Translation - Gali AbaborBishaan utaalaa irraa uumame.

See all translations of this verse →

يَخْرُجُ مِنۢ بَيْنِ ٱلصُّلْبِ وَٱلتَّرَآئِبِ

Oromo Translation - Gali AbaborJidduu dugdaatiifi qomaatii kan ba’u.

See all translations of this verse →

إِنَّهُۥ عَلَىٰ رَجْعِهِۦ لَقَادِرٌ

Oromo Translation - Gali AbaborInni isa deebisuu irratti danda’aadha.

See all translations of this verse →

يَوْمَ تُبْلَى ٱلسَّرَآئِرُ

Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa iccitiiwwan ifa ba'an.

See all translations of this verse →

فَمَا لَهُۥ مِن قُوَّةٍ وَلَا نَاصِرٍ

Oromo Translation - Gali Ababor(Gaafas) humnas ta’ee tumsaan isaaf hin jiru.

See all translations of this verse →

وَٱلسَّمَآءِ ذَاتِ ٱلرَّجْعِ

Oromo Translation - Gali AbaborSamii abbaa deddeebiitiinin (kakadha).

See all translations of this verse →

وَٱلْأَرْضِ ذَاتِ ٱلصَّدْعِ

Oromo Translation - Gali AbaborDachii dhodhootuunin (kakadha).

See all translations of this verse →

إِنَّهُۥ لَقَوْلٌ فَصْلٌ

Oromo Translation - Gali AbaborInni (Qur'aanni) jecha adda baasaadha.

See all translations of this verse →

وَمَا هُوَ بِٱلْهَزْلِ

Oromo Translation - Gali AbaborInni qoosaa miti.

See all translations of this verse →

إِنَّهُمْ يَكِيدُونَ كَيْدًا

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, isaan shira shiru.

See all translations of this verse →

وَأَكِيدُ كَيْدًا

Oromo Translation - Gali AbaborAnis shiran baasa.

See all translations of this verse →

فَمَهِّلِ ٱلْكَٰفِرِينَ أَمْهِلْهُمْ رُوَيْدًۢا

Oromo Translation - Gali AbaborKaafirootaaf yeroo kenni. Ammas xinnoo yeroo kenniif.

See all translations of this verse →

Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70