caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Qaari'a القارعة

11 verses · Mecca · revelation order 30

بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ ٱلْقَارِعَةُ

Oromo Translation - Gali AbaborQalbii rukuttuun (Qiyaamaan).

See all translations of this verse →

مَا ٱلْقَارِعَةُ

Oromo Translation - Gali AbaborQalbii rukuttuun maali?

See all translations of this verse →

وَمَآ أَدْرَىٰكَ مَا ٱلْقَارِعَةُ

Oromo Translation - Gali AbaborQalbii rukuttuun maal akka taate maaltu si beeksise?

See all translations of this verse →

يَوْمَ يَكُونُ ٱلنَّاسُ كَٱلْفَرَاشِ ٱلْمَبْثُوثِ

Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa namni akka billaacha faffacaafamee ta’u.

See all translations of this verse →

وَتَكُونُ ٱلْجِبَالُ كَٱلْعِهْنِ ٱلْمَنفُوشِ

Oromo Translation - Gali Ababor(Guyyaa) gaarreen akka jirbii iddamee (qaasasame) ta'u.

See all translations of this verse →

فَأَمَّا مَن ثَقُلَتْ مَوَٰزِينُهُۥ

Oromo Translation - Gali AbaborNamni madaalli (hojii) isaa ulfaatte,

See all translations of this verse →

فَهُوَ فِى عِيشَةٍ رَّاضِيَةٍ

Oromo Translation - Gali AbaborInni jireenya jaalatamtuu keessa ta'a.

See all translations of this verse →

وَأَمَّا مَنْ خَفَّتْ مَوَٰزِينُهُۥ

Oromo Translation - Gali AbaborNamni madaalli (hojii) isaa salphatte immoo,

See all translations of this verse →

فَأُمُّهُۥ هَاوِيَةٌ

Oromo Translation - Gali AbaborQubannoonni isaa “Haawiyaa”dha.

See all translations of this verse →

وَمَآ أَدْرَىٰكَ مَا هِيَهْ

Oromo Translation - Gali AbaborIsheen (Haawiyaan) maal akka taate maaltu si beeksise?

See all translations of this verse →

نَارٌ حَامِيَةٌۢ

Oromo Translation - Gali Ababor(Isheen) ibidda gubduudha.

See all translations of this verse →

Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70