caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Aadiyaat العاديات

11 verses · Mecca · revelation order 14

بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ وَٱلْعَٰدِيَٰتِ ضَبْحًا

Oromo Translation - Gali Ababor(Faradoo jihaadaa) harganaa guluftuunin (kakadha),

See all translations of this verse →

فَٱلْمُورِيَٰتِ قَدْحًا

Oromo Translation - Gali Ababor(Isaan yeroo gulufan kottee isaaniitiin) ibidda qabsiisaniin,

See all translations of this verse →

فَٱلْمُغِيرَٰتِ صُبْحًا

Oromo Translation - Gali Ababor(Isaan) bariidhaan (diina irratti) weerara adeemsisanitti;

See all translations of this verse →

فَأَثَرْنَ بِهِۦ نَقْعًا

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan dhukkee ol kaasanitti;

See all translations of this verse →

فَوَسَطْنَ بِهِۦ جَمْعًا

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan (weeraraan) gamtaa diinaa walakkeessaniin [kakadha].

See all translations of this verse →

إِنَّ ٱلْإِنسَٰنَ لِرَبِّهِۦ لَكَنُودٌ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, namni (hedduun) Gooftaa isaa mormaadha.

See all translations of this verse →

وَإِنَّهُۥ عَلَىٰ ذَٰلِكَ لَشَهِيدٌ

Oromo Translation - Gali AbaborInni kana irratti ragaadha.

See all translations of this verse →

وَإِنَّهُۥ لِحُبِّ ٱلْخَيْرِ لَشَدِيدٌ

Oromo Translation - Gali AbaborInni (namni) qabeenya jaalachuutti cimaadha.

See all translations of this verse →

أَفَلَا يَعْلَمُ إِذَا بُعْثِرَ مَا فِى ٱلْقُبُورِ

Oromo Translation - Gali AbaborSila inni yeroo wanti qabroota keessa jiran hundi baafaman sana hin beekuu?

See all translations of this verse →

وَحُصِّلَ مَا فِى ٱلصُّدُورِ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo wanti qomoota keessa jiran (hundi) ifa baafaman (hin beekuu?)

See all translations of this verse →

إِنَّ رَبَّهُم بِهِمْ يَوْمَئِذٍ لَّخَبِيرٌۢ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, Gooftan isaanii guyyaa san isaan beekaadha.

See all translations of this verse →

Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70