Surah At-Tin التين
8 verses · Mecca · revelation order 28
بِّسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ وَٱلتِّينِ وَٱلزَّيْتُونِ
Oromo Translation - Gali AbaborTiiniifi Zaytuuniiniin (kakadha).
See all translations of this verse →
وَطُورِ سِينِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborGaara (Tulluu) xuuri Siiniinaatiinis.
See all translations of this verse →
وَهَٰذَا ٱلْبَلَدِ ٱلْأَمِينِ
Oromo Translation - Gali AbaborBiyya nagaa kanaanis (nin kakadha).
See all translations of this verse →
لَقَدْ خَلَقْنَا ٱلْإِنسَٰنَ فِىٓ أَحْسَنِ تَقْوِيمٍ
Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii ta'e keessatti isa uumne.
See all translations of this verse →
ثُمَّ رَدَدْنَٰهُ أَسْفَلَ سَٰفِلِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborErgasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa ta'etti isa deebifne.
See all translations of this verse →
إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَعَمِلُوا۟ ٱلصَّٰلِحَٰتِ فَلَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ
Oromo Translation - Gali AbaborIsaan amananii gaggaarii dalagan malee isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira.
See all translations of this verse →
فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعْدُ بِٱلدِّينِ
Oromo Translation - Gali AbaborKana booda maaltu galata [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisisa (kijibsiisutti si kaase)?
See all translations of this verse →
أَلَيْسَ ٱللَّهُ بِأَحْكَمِ ٱلْحَٰكِمِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborSila Rabbiin irra murteessaa murteessitootaa hin taanee?
See all translations of this verse →
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
→