caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Humaza الهمزة

9 verses · Mecca · revelation order 32

بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ وَيْلٌ لِّكُلِّ هُمَزَةٍ لُّمَزَةٍ

Oromo Translation - Gali AbaborHamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e.

See all translations of this verse →

ٱلَّذِى جَمَعَ مَالًا وَعَدَّدَهُۥ

Oromo Translation - Gali AbaborIsa qabeenya walitti qabee lakkaa'e.

See all translations of this verse →

يَحْسَبُ أَنَّ مَالَهُۥٓ أَخْلَدَهُۥ

Oromo Translation - Gali AbaborQabeenyi isaa isa hambisaa yaada.

See all translations of this verse →

كَلَّا لَيُنۢبَذَنَّ فِى ٱلْحُطَمَةِ

Oromo Translation - Gali AbaborHaa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira.

See all translations of this verse →

وَمَآ أَدْرَىٰكَ مَا ٱلْحُطَمَةُ

Oromo Translation - Gali AbaborCaccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise?

See all translations of this verse →

نَارُ ٱللَّهِ ٱلْمُوقَدَةُ

Oromo Translation - Gali Ababor(Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha.

See all translations of this verse →

ٱلَّتِى تَطَّلِعُ عَلَى ٱلْأَفْـِٔدَةِ

Oromo Translation - Gali AbaborIshee onneewwan irratti (laalaan ishee) mul’attuudha.

See all translations of this verse →

إِنَّهَا عَلَيْهِم مُّؤْصَدَةٌ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha.

See all translations of this verse →

فِى عَمَدٍ مُّمَدَّدَةٍۭ

Oromo Translation - Gali AbaborUtubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama).

See all translations of this verse →

Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70