لَّيْسَ عَلَيْكَ هُدَىٰهُمْ وَلَٰكِنَّ ٱللَّهَ يَهْدِى مَن يَشَآءُ وَمَا تُنفِقُوا۟ مِنْ خَيْرٍ فَلِأَنفُسِكُمْ وَمَا تُنفِقُونَ إِلَّا ٱبْتِغَآءَ وَجْهِ ٱللَّهِ وَمَا تُنفِقُوا۟ مِنْ خَيْرٍ يُوَفَّ إِلَيْكُمْ وَأَنتُمْ لَا تُظْلَمُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborQajeelchuun isaanii (dirqama) sirratti hin taane. Garuu Rabbiin nama fedhe ni qajeelcha. Qabeenya irraas wanti isin kennattan lubbuma keessaniifi. Fuula Rabbii barbaachaaf malee hin kennattanu. Qabeenya irraa wanti isin kennattan isiniif guutamee galfama isin hinmiidhamtan.