caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 273

Medina · revelation order 87 · 2:273

لِلْفُقَرَآءِ ٱلَّذِينَ أُحْصِرُوا۟ فِى سَبِيلِ ٱللَّهِ لَا يَسْتَطِيعُونَ ضَرْبًا فِى ٱلْأَرْضِ يَحْسَبُهُمُ ٱلْجَاهِلُ أَغْنِيَآءَ مِنَ ٱلتَّعَفُّفِ تَعْرِفُهُم بِسِيمَٰهُمْ لَا يَسْـَٔلُونَ ٱلنَّاسَ إِلْحَافًا وَمَا تُنفِقُوا۟ مِنْ خَيْرٍ فَإِنَّ ٱللَّهَ بِهِۦ عَلِيمٌ

Oromo Translation - Gali Ababor(Sadaqaan) hiyyeeyyii karaa Rabbii keessatti hidhamaniif (kennamti), warra dachii keessa deemuu hin dandeenye, kan kadhaa irraa of qabuu isaanii irraa wallaalaan dureeyyii isaan se’u, mallattoolee isaaniitiin beekta. namoota hinkadhatan, hin hifachiisan, Qabeenya irraa waan isin kennattan dhugumatti Rabbiin isa beeka.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70