caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 267

Medina · revelation order 87 · 2:267

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓا۟ أَنفِقُوا۟ مِن طَيِّبَٰتِ مَا كَسَبْتُمْ وَمِمَّآ أَخْرَجْنَا لَكُم مِّنَ ٱلْأَرْضِ وَلَا تَيَمَّمُوا۟ ٱلْخَبِيثَ مِنْهُ تُنفِقُونَ وَلَسْتُم بِـَٔاخِذِيهِ إِلَّآ أَن تُغْمِضُوا۟ فِيهِ وَٱعْلَمُوٓا۟ أَنَّ ٱللَّهَ غَنِىٌّ حَمِيدٌ

Oromo Translation - Gali AbaborIsin Yaa warra amantan! gaggaarii waan carraaqqattaniifi waan Nuti dachii irraa isiniif baafne irraa kennadhaa.isa irraa kennachuudhaan Waan fokkataa hin yaadinaa, (Odoo isiniif kennamee) Isa keessatti ija dunuunfattanii malee kan hin fudhanne taatan, Rabbiin dhugumatti dureessa, faarfamaa ta’uu beekaa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70