ٱلشَّيْطَٰنُ يَعِدُكُمُ ٱلْفَقْرَ وَيَأْمُرُكُم بِٱلْفَحْشَآءِ وَٱللَّهُ يَعِدُكُم مَّغْفِرَةً مِّنْهُ وَفَضْلًا وَٱللَّهُ وَٰسِعٌ عَلِيمٌ
Oromo Translation - Gali AbaborShayxaanni hiyyummaan isin sodaachisa, hamtutti isin ajaja, Rabbiin araaramaafi tola Isa biraa ta’e waadaa isiniif seena. Rabbiin (kenni isaa) bal’aa, beekaadha.