caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 266

Medina · revelation order 87 · 2:266

أَيَوَدُّ أَحَدُكُمْ أَن تَكُونَ لَهُۥ جَنَّةٌ مِّن نَّخِيلٍ وَأَعْنَابٍ تَجْرِى مِن تَحْتِهَا ٱلْأَنْهَٰرُ لَهُۥ فِيهَا مِن كُلِّ ٱلثَّمَرَٰتِ وَأَصَابَهُ ٱلْكِبَرُ وَلَهُۥ ذُرِّيَّةٌ ضُعَفَآءُ فَأَصَابَهَآ إِعْصَارٌ فِيهِ نَارٌ فَٱحْتَرَقَتْ كَذَٰلِكَ يُبَيِّنُ ٱللَّهُ لَكُمُ ٱلْـَٔايَٰتِ لَعَلَّكُمْ تَتَفَكَّرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborSila tokkoon keessan isaaf ta'uu ni jaalataa? ashaakiltiin Nakhliifi Inaba irraa ta’e, kan laggeen jala ishee yaatu, kan ishee keessa fuduraaleen hundi isaaf jiru, odoo ilmaan dadhabduu qabuu kan dullumti isa qabde, bubbeen ibiddi ishee keessatti tahe ishee tuqee gubatte. Akka isin xiinxaltaniif jecha akka kanatti Rabbiin keeyyattoota Isaa isiniif addeessa
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70