يَعْتَذِرُونَ إِلَيْكُمْ إِذَا رَجَعْتُمْ إِلَيْهِمْ قُل لَّا تَعْتَذِرُوا۟ لَن نُّؤْمِنَ لَكُمْ قَدْ نَبَّأَنَا ٱللَّهُ مِنْ أَخْبَارِكُمْ وَسَيَرَى ٱللَّهُ عَمَلَكُمْ وَرَسُولُهُۥ ثُمَّ تُرَدُّونَ إِلَىٰ عَٰلِمِ ٱلْغَيْبِ وَٱلشَّهَٰدَةِ فَيُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborYeroo gara isaanii deebitan rakkina kara keessan dhiheeffatu. jedhiin “rakkina hin himatinaa; Nuti isiniif hin amannu. Dhugumatti, Rabbiin oduu keessan irraa nuuf himee jira. Rabbiifi ergamaan Isaas hojii keessan arguuf jiru. Sana booda gara isa waan mul’atuufi hin mul’anne beekuutti deebifamtu. Waan isin dalagaa turtan isinitti hima” (jedhiin).