caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-A'raaf, Verse 38

Mecca · revelation order 39 · 7:38

قَالَ ٱدْخُلُوا۟ فِىٓ أُمَمٍ قَدْ خَلَتْ مِن قَبْلِكُم مِّنَ ٱلْجِنِّ وَٱلْإِنسِ فِى ٱلنَّارِ كُلَّمَا دَخَلَتْ أُمَّةٌ لَّعَنَتْ أُخْتَهَا حَتَّىٰٓ إِذَا ٱدَّارَكُوا۟ فِيهَا جَمِيعًا قَالَتْ أُخْرَىٰهُمْ لِأُولَىٰهُمْ رَبَّنَا هَٰٓؤُلَآءِ أَضَلُّونَا فَـَٔاتِهِمْ عَذَابًا ضِعْفًا مِّنَ ٱلنَّارِ قَالَ لِكُلٍّ ضِعْفٌ وَلَٰكِن لَّا تَعْلَمُونَ

Oromo Translation - Gali Ababor(Rabbiin) ni jedha: "Isin ummatoota isin dura dabran keessa seenaa kan jinnootaafi namoota irraa ta’an ibidda keessatti (tahaa). " Ummanni wahii dhawaata seentuun obboleettii ishee (kan ishee jallifte) abaarti, Yeroo hundi isaanii ishee keessatti walitti qabamanitti isheen boodaa ishee duraatiin "Gooftaa keenya! Isaan kun nu jallisanii jiru, Kanaaf adabbii dachaa ta’e ibidda irraa isaaniif kenni" jette, (Rabbiinis) "Hundaafuu dachaatu jira, Garuu isin hin beektanu" jedhe.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70