caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 90

Medina · revelation order 92 · 4:90

إِلَّا ٱلَّذِينَ يَصِلُونَ إِلَىٰ قَوْمٍۭ بَيْنَكُمْ وَبَيْنَهُم مِّيثَٰقٌ أَوْ جَآءُوكُمْ حَصِرَتْ صُدُورُهُمْ أَن يُقَٰتِلُوكُمْ أَوْ يُقَٰتِلُوا۟ قَوْمَهُمْ وَلَوْ شَآءَ ٱللَّهُ لَسَلَّطَهُمْ عَلَيْكُمْ فَلَقَٰتَلُوكُمْ فَإِنِ ٱعْتَزَلُوكُمْ فَلَمْ يُقَٰتِلُوكُمْ وَأَلْقَوْا۟ إِلَيْكُمُ ٱلسَّلَمَ فَمَا جَعَلَ ٱللَّهُ لَكُمْ عَلَيْهِمْ سَبِيلًا

Oromo Translation - Gali AbaborWarra hidhata qaban malee orma jidduu keessaniifi gidduu isaaniitti walii galteen (nagaa) jiru wajjin. yookiin kanneen qomni isaanii isiniin loluu irraa dhiphattee, orma isaaniitiinis lolurraa (dhiphattee) isinitti dhufan malee. Rabbiin odoo fedhee isaan isin irratti ol taasisee isiniin lolu turan. Yoo isaan isin irraa fagaatanii isin hin loliniifi nagaa isiniif kennan Rabbiin (akka loltan) isaan irratti karaa isiniif hin goone.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70