caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 91

Medina · revelation order 92 · 4:91

سَتَجِدُونَ ءَاخَرِينَ يُرِيدُونَ أَن يَأْمَنُوكُمْ وَيَأْمَنُوا۟ قَوْمَهُمْ كُلَّ مَا رُدُّوٓا۟ إِلَى ٱلْفِتْنَةِ أُرْكِسُوا۟ فِيهَا فَإِن لَّمْ يَعْتَزِلُوكُمْ وَيُلْقُوٓا۟ إِلَيْكُمُ ٱلسَّلَمَ وَيَكُفُّوٓا۟ أَيْدِيَهُمْ فَخُذُوهُمْ وَٱقْتُلُوهُمْ حَيْثُ ثَقِفْتُمُوهُمْ وَأُو۟لَٰٓئِكُمْ جَعَلْنَا لَكُمْ عَلَيْهِمْ سُلْطَٰنًا مُّبِينًا

Oromo Translation - Gali AbaborWarra biraas kan tasgabbii isin irraafi tasgabbii ummata isaanii irraa barbaadan fuuldura ni argitu. Dhawaata gara shirkiitti deebifamaniin ishee keessa cuuphamu. Yoo isaan isin irraa hin fagaatin, nagaa gara keessan hin dhaqqabsiisiniifi harkoowwan isaanii hin qabin, isaan qabaa, bakka isaan argitanitti isaan ajjeesaa. Warra kana, Nuti isaan irratti (lola akka deemsiftan) ragaa ifa ta’e isiniif goonee jirra.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70