وَدُّوا۟ لَوْ تَكْفُرُونَ كَمَا كَفَرُوا۟ فَتَكُونُونَ سَوَآءً فَلَا تَتَّخِذُوا۟ مِنْهُمْ أَوْلِيَآءَ حَتَّىٰ يُهَاجِرُوا۟ فِى سَبِيلِ ٱللَّهِ فَإِن تَوَلَّوْا۟ فَخُذُوهُمْ وَٱقْتُلُوهُمْ حَيْثُ وَجَدتُّمُوهُمْ وَلَا تَتَّخِذُوا۟ مِنْهُمْ وَلِيًّا وَلَا نَصِيرًا
Oromo Translation - Gali AbaborOdoo isin akkuma isaan kafaran kafartanii isaan waliin wal qixa taatanii jaalatu. Hanga karaa Rabbii keessatti godaananitti isaan irraa jaalallee hin qabatinaa. Yoo isaan gara galan, isaan qabaatii bakka argitanitti isaan ajjeesaa.Isaan irraas jaalalleefi gargaaraa hin godhatinaa.