caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 251

Medina · revelation order 87 · 2:251

فَهَزَمُوهُم بِإِذْنِ ٱللَّهِ وَقَتَلَ دَاوُۥدُ جَالُوتَ وَءَاتَىٰهُ ٱللَّهُ ٱلْمُلْكَ وَٱلْحِكْمَةَ وَعَلَّمَهُۥ مِمَّا يَشَآءُ وَلَوْلَا دَفْعُ ٱللَّهِ ٱلنَّاسَ بَعْضَهُم بِبَعْضٍ لَّفَسَدَتِ ٱلْأَرْضُ وَلَٰكِنَّ ٱللَّهَ ذُو فَضْلٍ عَلَى ٱلْعَٰلَمِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborHayyama Rabbiitiin isaan injifatani. Daawuudis Jaaluutiin ajjeesee, Rabbiin mootummaafi ogummaa isaaf kennee, waan fedhe irraa isa barsiise. Odoo nama garii gariin deebisuun Rabbii jiraachuu baatee, silaa dachiin badde. Garuu Rabbiin aalama (hunda) irratti abbaa tola (guddaati).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70