caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 52

Medina · revelation order 112 · 5:52

فَتَرَى ٱلَّذِينَ فِى قُلُوبِهِم مَّرَضٌ يُسَٰرِعُونَ فِيهِمْ يَقُولُونَ نَخْشَىٰٓ أَن تُصِيبَنَا دَآئِرَةٌ فَعَسَى ٱللَّهُ أَن يَأْتِىَ بِٱلْفَتْحِ أَوْ أَمْرٍ مِّنْ عِندِهِۦ فَيُصْبِحُوا۟ عَلَىٰ مَآ أَسَرُّوا۟ فِىٓ أَنفُسِهِمْ نَٰدِمِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan onneewwan isaanii keessa dhukkubni (munaafiqummaa) jiru, isaan (gargaaruu) keessatti kan ariifatan agarta. "naannawaan rakkinaa tokko nu tuquu sodaanna" jedhan, Rabbiin injifannoo yookiin murtii isa biraa ta’e fidee, waan lubbuu isaanii keessatti gadi qabatan irratti gaabbitoota ta'uun isaanii mirkanaa'eera.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70