caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 264

Medina · revelation order 87 · 2:264

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ لَا تُبْطِلُوا۟ صَدَقَٰتِكُم بِٱلْمَنِّ وَٱلْأَذَىٰ كَٱلَّذِى يُنفِقُ مَالَهُۥ رِئَآءَ ٱلنَّاسِ وَلَا يُؤْمِنُ بِٱللَّهِ وَٱلْيَوْمِ ٱلْـَٔاخِرِ فَمَثَلُهُۥ كَمَثَلِ صَفْوَانٍ عَلَيْهِ تُرَابٌ فَأَصَابَهُۥ وَابِلٌ فَتَرَكَهُۥ صَلْدًا لَّا يَقْدِرُونَ عَلَىٰ شَىْءٍ مِّمَّا كَسَبُوا۟ وَٱللَّهُ لَا يَهْدِى ٱلْقَوْمَ ٱلْكَٰفِرِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsin Yaa warra amantan! dhaaddannaafi (nama) rakkisuudhaan Sadaqaalee keessan hin balleessinaa, akka isa qabeenya isaa garsiifannaa namaatiif arjoomuu, kan Rabbiifi guyyaa Aakhiraattis hin amannee. Fakkeenyi isaa akka fakkeenya dhagaa diriiraa biyyeen isa irra jiruu, kan bokkaan cimaan isa tuqee (biyyee irraa dhiquun) duwwaa isa dhiiiseeti, Isaan waan horatan irraa homaa irratti dandeettii hin qaban. Rabbiin ummata kaafirootaa hin qajeelchu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70