caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 219

Medina · revelation order 87 · 2:219

يَسْـَٔلُونَكَ عَنِ ٱلْخَمْرِ وَٱلْمَيْسِرِ قُلْ فِيهِمَآ إِثْمٌ كَبِيرٌ وَمَنَٰفِعُ لِلنَّاسِ وَإِثْمُهُمَآ أَكْبَرُ مِن نَّفْعِهِمَا وَيَسْـَٔلُونَكَ مَاذَا يُنفِقُونَ قُلِ ٱلْعَفْوَ كَذَٰلِكَ يُبَيِّنُ ٱللَّهُ لَكُمُ ٱلْـَٔايَٰتِ لَعَلَّكُمْ تَتَفَكَّرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugaatii macheessaniifi qumaara irraa si gaafatu. Jedhi: "Dilii guddaafi faayidaawwantu namootaaf isaan keessa jira. Diliin isaan lamaanii faayidaa isaan lamaanii irra guddaadha." Ammas maal akka arjoomanu si gaafatu “Isa dhimma keessan irraa hafe” jedhiin. Akka xiinxaltaniif jecha Rabbiin akka kanatti keeyyattoota isaa isiniif ibsa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70