caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 198

Medina · revelation order 87 · 2:198

لَيْسَ عَلَيْكُمْ جُنَاحٌ أَن تَبْتَغُوا۟ فَضْلًا مِّن رَّبِّكُمْ فَإِذَآ أَفَضْتُم مِّنْ عَرَفَٰتٍ فَٱذْكُرُوا۟ ٱللَّهَ عِندَ ٱلْمَشْعَرِ ٱلْحَرَامِ وَٱذْكُرُوهُ كَمَا هَدَىٰكُمْ وَإِن كُنتُم مِّن قَبْلِهِۦ لَمِنَ ٱلضَّآلِّينَ

Oromo Translation - Gali Ababor(Yeroo hajjii keessa) tola Rabbii keessanii irraa yoo barbaaddattan badiin isin irra hin jiru, Yeroo Arafaa irraa dachaatan Mash’aral Haraam biratti Rabbiin faarsaa, Akkuma Inni isin qajeelchetti isa zakkaraa; sanaan dura warra jallatoorraa turtan.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70