caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 150

Medina · revelation order 87 · 2:150

وَمِنْ حَيْثُ خَرَجْتَ فَوَلِّ وَجْهَكَ شَطْرَ ٱلْمَسْجِدِ ٱلْحَرَامِ وَحَيْثُ مَا كُنتُمْ فَوَلُّوا۟ وُجُوهَكُمْ شَطْرَهُۥ لِئَلَّا يَكُونَ لِلنَّاسِ عَلَيْكُمْ حُجَّةٌ إِلَّا ٱلَّذِينَ ظَلَمُوا۟ مِنْهُمْ فَلَا تَخْشَوْهُمْ وَٱخْشَوْنِى وَلِأُتِمَّ نِعْمَتِى عَلَيْكُمْ وَلَعَلَّكُمْ تَهْتَدُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborIddoma (imalaaf) baate kamirraayyuu fuula kee gara Masjiidal Haraam gara galchi, Eessattillee yoo taatan fuulleen keessan gara isaa gara galchaa, akka namootaaf ragaan isin irratti hin jiraanneef,isaan irraa warra miidhaa hojjatan malee, isaan hin sodaatinaa Anuma qofa sodaadhaa. akka qananii kiyya isinirratti guutuuf, isin (gara haqaa) akka qajeeltaniif.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70