caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 27

Mecca · revelation order 51 · 10:27

وَٱلَّذِينَ كَسَبُوا۟ ٱلسَّيِّـَٔاتِ جَزَآءُ سَيِّئَةٍۭ بِمِثْلِهَا وَتَرْهَقُهُمْ ذِلَّةٌ مَّا لَهُم مِّنَ ٱللَّهِ مِنْ عَاصِمٍ كَأَنَّمَآ أُغْشِيَتْ وُجُوهُهُمْ قِطَعًا مِّنَ ٱلَّيْلِ مُظْلِمًا أُو۟لَٰٓئِكَ أَصْحَٰبُ ٱلنَّارِ هُمْ فِيهَا خَٰلِدُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan hamtuu hojjatan mindaan hamtuu fakkaatuma isheetiin ta’a. Salphinni isaan haguugdi. Rabbi irraa wanti isaan tiksu isaaniif hin jiru. Fuulli isaanii akka waan kutaa halkan dukkaneessaa ta’e irraa ta’een hagoogamanii fakkaatti. Isaan sun warra ibiddaati. Isaan ishee keessatti hafoodha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70