caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 28

Mecca · revelation order 51 · 10:28

وَيَوْمَ نَحْشُرُهُمْ جَمِيعًا ثُمَّ نَقُولُ لِلَّذِينَ أَشْرَكُوا۟ مَكَانَكُمْ أَنتُمْ وَشُرَكَآؤُكُمْ فَزَيَّلْنَا بَيْنَهُمْ وَقَالَ شُرَكَآؤُهُم مَّا كُنتُمْ إِيَّانَا تَعْبُدُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa isaan hunda walitti qabnus, (dubbadhu). Ergasii isaan Nutti qindeessaniin ni jenna: “Isiniifi warri isin Nu waliin gabbaraa turtanis iddoo jirtan dhaabadhaa!” Sana booda gidduu isaanii addaan baafne. Warri isaan Nu waliin gabbaraa turaniis: “Isin nu gabbaraa hin turre” jedhu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70