caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 26

Mecca · revelation order 51 · 10:26

لِّلَّذِينَ أَحْسَنُوا۟ ٱلْحُسْنَىٰ وَزِيَادَةٌ وَلَا يَرْهَقُ وُجُوهَهُمْ قَتَرٌ وَلَا ذِلَّةٌ أُو۟لَٰٓئِكَ أَصْحَٰبُ ٱلْجَنَّةِ هُمْ فِيهَا خَٰلِدُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan toltuu hojjataniif (mindaa) gaariifi dabalataatu jira. Gurraachinniifi salphinni homaatuu fuula isaanii hin haguugu. Isaan sun warra jannataati. Isaan ishee keessatti hafoodha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70