caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Anfaal, Verse 30

Medina · revelation order 88 · 8:30

وَإِذْ يَمْكُرُ بِكَ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ لِيُثْبِتُوكَ أَوْ يَقْتُلُوكَ أَوْ يُخْرِجُوكَ وَيَمْكُرُونَ وَيَمْكُرُ ٱللَّهُ وَٱللَّهُ خَيْرُ ٱلْمَٰكِرِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo isaan kafaran shira sirratti baasan [yaadadhu], si hidhuuf yookiin si ajjeesuf yookiin (biyya irraa) si baasuuf. Isaan shira baasu; Rabbiinis shira baasa (shira isaanii isaan irratti deebisa), Rabbiin irra caalaa warra tooftaa baasuuti.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70