يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓا۟ إِن تَتَّقُوا۟ ٱللَّهَ يَجْعَل لَّكُمْ فُرْقَانًا وَيُكَفِّرْ عَنكُمْ سَيِّـَٔاتِكُمْ وَيَغْفِرْ لَكُمْ وَٱللَّهُ ذُو ٱلْفَضْلِ ٱلْعَظِيمِ
Oromo Translation - Gali AbaborYaa warra amantan! Yoo Rabbiin sodaattan, addaan baasaa (dhugaafi dharaa) isiniif godha. Badiilee teessan isin irraa harcaasa, Isiniif araaramas, Rabbiin abbaa tola guddaati.