caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-An'aam, Verse 152

Mecca · revelation order 55 · 6:152

وَلَا تَقْرَبُوا۟ مَالَ ٱلْيَتِيمِ إِلَّا بِٱلَّتِى هِىَ أَحْسَنُ حَتَّىٰ يَبْلُغَ أَشُدَّهُۥ وَأَوْفُوا۟ ٱلْكَيْلَ وَٱلْمِيزَانَ بِٱلْقِسْطِ لَا نُكَلِّفُ نَفْسًا إِلَّا وُسْعَهَا وَإِذَا قُلْتُمْ فَٱعْدِلُوا۟ وَلَوْ كَانَ ذَا قُرْبَىٰ وَبِعَهْدِ ٱللَّهِ أَوْفُوا۟ ذَٰلِكُمْ وَصَّىٰكُم بِهِۦ لَعَلَّكُمْ تَذَكَّرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborQabeenya yatiimaa yoo toltuudhaan ta’e malee hanga inni umrii cimina isaa ga’utti itti hin dhihaatinaa; safaraafi miizaana haqaan guutaa, Nuti lubbuu tokkos dandeettii isii malee hin dirqisiifnu, yeroo jettan (ragaa kennitan), haqa dalagaa Odoma fira dhihoo ta’ellee. Waadaa Rabbiis guutaa. Kana akka isin yaadattaniif isinii dhaama.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70