وَأَنَّ هَٰذَا صِرَٰطِى مُسْتَقِيمًا فَٱتَّبِعُوهُ وَلَا تَتَّبِعُوا۟ ٱلسُّبُلَ فَتَفَرَّقَ بِكُمْ عَن سَبِيلِهِۦ ذَٰلِكُمْ وَصَّىٰكُم بِهِۦ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, kun karaa kiyya Isa qajeelaa dhaa, isa hordofaa, karaalee (jallinaa) hin hordofinaa Karaa Rabbii irraa isin baasanii, Kana akka isin sodaattaniif isa isiniif dhaama.