caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Najm, Verse 32

Mecca · revelation order 23 · 53:32

ٱلَّذِينَ يَجْتَنِبُونَ كَبَٰٓئِرَ ٱلْإِثْمِ وَٱلْفَوَٰحِشَ إِلَّا ٱللَّمَمَ إِنَّ رَبَّكَ وَٰسِعُ ٱلْمَغْفِرَةِ هُوَ أَعْلَمُ بِكُمْ إِذْ أَنشَأَكُم مِّنَ ٱلْأَرْضِ وَإِذْ أَنتُمْ أَجِنَّةٌ فِى بُطُونِ أُمَّهَٰتِكُمْ فَلَا تُزَكُّوٓا۟ أَنفُسَكُمْ هُوَ أَعْلَمُ بِمَنِ ٱتَّقَىٰٓ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan sun warra dogoggora xixiqqoo malee dilii gugurdoofi sagaagalummaa irraa fagaataniidha. Gooftaan kee araaramni Isaa bal’aadha. Inni akkaan isin beeka yeroo dachii irraa isin uumeefi yeroo isin garaa haadha teessanii keessatti ulfa taatanii jirtan . Lubbuulee keessan hin qulqulleessinaa. Inni nama (Isa) sodaatu akkaan beekaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70