caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 45

Medina · revelation order 112 · 5:45

وَكَتَبْنَا عَلَيْهِمْ فِيهَآ أَنَّ ٱلنَّفْسَ بِٱلنَّفْسِ وَٱلْعَيْنَ بِٱلْعَيْنِ وَٱلْأَنفَ بِٱلْأَنفِ وَٱلْأُذُنَ بِٱلْأُذُنِ وَٱلسِّنَّ بِٱلسِّنِّ وَٱلْجُرُوحَ قِصَاصٌ فَمَن تَصَدَّقَ بِهِۦ فَهُوَ كَفَّارَةٌ لَّهُۥ وَمَن لَّمْ يَحْكُم بِمَآ أَنزَلَ ٱللَّهُ فَأُو۟لَٰٓئِكَ هُمُ ٱلظَّٰلِمُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaanirratti barreessine Ishee keessatti "Lubbuun lubbuudhaan, ijji ijaan, funyaan funyaaniin, gurri gurraan, ilkaan ilkaaniin, madaan gumaadha" (jechuun isaan irratti barreessinee) jirra. Namni isa sadaqate (gumaa dhiise) inni isaaf (badii) harcaasaadha. Namni waan Rabbiin buuseen hin murteessin, isaan sun miidhaa raawwattoota.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70