caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 15

Medina · revelation order 112 · 5:15

يَٰٓأَهْلَ ٱلْكِتَٰبِ قَدْ جَآءَكُمْ رَسُولُنَا يُبَيِّنُ لَكُمْ كَثِيرًا مِّمَّا كُنتُمْ تُخْفُونَ مِنَ ٱلْكِتَٰبِ وَيَعْفُوا۟ عَن كَثِيرٍ قَدْ جَآءَكُم مِّنَ ٱللَّهِ نُورٌ وَكِتَٰبٌ مُّبِينٌ

Oromo Translation - Gali AbaborYaa warra kitaabaa!Dhugumatti, Ergamaan keenya isinitti dhufeera, kan irra hedduu kitaabaa irraa waan isin dhoksaa turtan isiniif ibsuufi baay’ee isaa immoo dhiifamaan irra isiniif dabru. iftaanifi kitaabni mul'ataan Rabbi irraa isiniif dhufeera.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70