caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 14

Medina · revelation order 112 · 5:14

وَمِنَ ٱلَّذِينَ قَالُوٓا۟ إِنَّا نَصَٰرَىٰٓ أَخَذْنَا مِيثَٰقَهُمْ فَنَسُوا۟ حَظًّا مِّمَّا ذُكِّرُوا۟ بِهِۦ فَأَغْرَيْنَا بَيْنَهُمُ ٱلْعَدَاوَةَ وَٱلْبَغْضَآءَ إِلَىٰ يَوْمِ ٱلْقِيَٰمَةِ وَسَوْفَ يُنَبِّئُهُمُ ٱللَّهُ بِمَا كَانُوا۟ يَصْنَعُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan nuti Kiristaanota jedhan irraallee waadaa isaanii fuunee, waan ittiin gorfaman irraa qooda wahii dagatan. Hanga Guyyaa Qiyaamatti gidduu isaanitti diinummaafi jibbaa buufne. Rabbiin waan isaan dalagaa turan fuula dura isaanitti hima.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70