caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 16

Medina · revelation order 112 · 5:16

يَهْدِى بِهِ ٱللَّهُ مَنِ ٱتَّبَعَ رِضْوَٰنَهُۥ سُبُلَ ٱلسَّلَٰمِ وَيُخْرِجُهُم مِّنَ ٱلظُّلُمَٰتِ إِلَى ٱلنُّورِ بِإِذْنِهِۦ وَيَهْدِيهِمْ إِلَىٰ صِرَٰطٍ مُّسْتَقِيمٍ

Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin nama jaalala Isaa hordofe isaan (kitabdichaan) karaa nagaa qajeelcha, Dukkanoowwan irraa gara ifaatti eeyyama Isaatiin isaan baasa. Gara karaa sirriitti isaan qajeelcha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70