caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Ash-Shura, Verse 52

Mecca · revelation order 62 · 42:52

وَكَذَٰلِكَ أَوْحَيْنَآ إِلَيْكَ رُوحًا مِّنْ أَمْرِنَا مَا كُنتَ تَدْرِى مَا ٱلْكِتَٰبُ وَلَا ٱلْإِيمَٰنُ وَلَٰكِن جَعَلْنَٰهُ نُورًا نَّهْدِى بِهِۦ مَن نَّشَآءُ مِنْ عِبَادِنَا وَإِنَّكَ لَتَهْدِىٓ إِلَىٰ صِرَٰطٍ مُّسْتَقِيمٍ

Oromo Translation - Gali AbaborAkkuma kana (Qur’aana) ruuhii ajaja keenya irraa ta’e gara keetti wahyii goone. Kitaabaafi iimaanni maal akka ta’an kan beektu hin turre. Garuu ifaa gabroota keenya irraa nama feene ittiin qajeelchinu isa goone. Ati gara karaa qajeelaatti ni qajeelchita.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70