caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 113

Medina · revelation order 92 · 4:113

وَلَوْلَا فَضْلُ ٱللَّهِ عَلَيْكَ وَرَحْمَتُهُۥ لَهَمَّت طَّآئِفَةٌ مِّنْهُمْ أَن يُضِلُّوكَ وَمَا يُضِلُّونَ إِلَّآ أَنفُسَهُمْ وَمَا يَضُرُّونَكَ مِن شَىْءٍ وَأَنزَلَ ٱللَّهُ عَلَيْكَ ٱلْكِتَٰبَ وَٱلْحِكْمَةَ وَعَلَّمَكَ مَا لَمْ تَكُن تَعْلَمُ وَكَانَ فَضْلُ ٱللَّهِ عَلَيْكَ عَظِيمًا

Oromo Translation - Gali AbaborOdoo tolli Rabbiitiifi rahmanni Isaa sirra jiraachuu baatee, silaa gareen isaan irraa taate tokko si jallisuuf yaaddeetti. Lubbuulee isaanii malee homaa hin jallisanu. Homaa si hin miidhanus. Rabbiin kitaaba (Qur’aanaa)fi ogummaa (hadiisa) sirratti buuse; waan ati kabeektu hintahin si barsiise, Tolli Rabbiin sirratti oolu guddaa ta’eera.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70