فَلَمَّآ أَسْلَمَا وَتَلَّهُۥ لِلْجَبِينِ Oromo Translation - Gali AbaborYeroo isaan lamaanuu (fedha Rabbiitiif) harka kennan, (abbaan ilma isaa kana) adda isaa irratti ciibse.