caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 31

Mecca · revelation order 58 · 34:31

وَقَالَ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ لَن نُّؤْمِنَ بِهَٰذَا ٱلْقُرْءَانِ وَلَا بِٱلَّذِى بَيْنَ يَدَيْهِ وَلَوْ تَرَىٰٓ إِذِ ٱلظَّٰلِمُونَ مَوْقُوفُونَ عِندَ رَبِّهِمْ يَرْجِعُ بَعْضُهُمْ إِلَىٰ بَعْضٍ ٱلْقَوْلَ يَقُولُ ٱلَّذِينَ ٱسْتُضْعِفُوا۟ لِلَّذِينَ ٱسْتَكْبَرُوا۟ لَوْلَآ أَنتُمْ لَكُنَّا مُؤْمِنِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan kafaran “Qur’aana kanaafi (kitaaba) isa dura bu’ettis hin amannu” jedhan. osoo gartee yeroo Miidhaa raawwattoonni Gooftaa isaanii bira dhaabbatanii jecha gariin isaanii garii irratti deebisu (Silaa wanta cimaa agarta turte). Isaan dadhaboo turan isaan boonaa turaniin “odoo isin jiraachuu baattanii silaa nuti mu'imintoota taana turre” jedhu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70