caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 32

Mecca · revelation order 58 · 34:32

قَالَ ٱلَّذِينَ ٱسْتَكْبَرُوا۟ لِلَّذِينَ ٱسْتُضْعِفُوٓا۟ أَنَحْنُ صَدَدْنَٰكُمْ عَنِ ٱلْهُدَىٰ بَعْدَ إِذْ جَآءَكُم بَلْ كُنتُم مُّجْرِمِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan boonaa turanis isaan dadhaboo turaniin “sila nutu karaa qajeelaa irraa isin deebisee erga inni isinitti dhufee booda? Lakkisaa! Isinumatu yakkamtoota taatan” jedhuun.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70