caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 234

Medina · revelation order 87 · 2:234

وَٱلَّذِينَ يُتَوَفَّوْنَ مِنكُمْ وَيَذَرُونَ أَزْوَٰجًا يَتَرَبَّصْنَ بِأَنفُسِهِنَّ أَرْبَعَةَ أَشْهُرٍ وَعَشْرًا فَإِذَا بَلَغْنَ أَجَلَهُنَّ فَلَا جُنَاحَ عَلَيْكُمْ فِيمَا فَعَلْنَ فِىٓ أَنفُسِهِنَّ بِٱلْمَعْرُوفِ وَٱللَّهُ بِمَا تَعْمَلُونَ خَبِيرٌ

Oromo Translation - Gali AbaborIsin irraas isaannan du’anii niitiiwwan (uf duubatti) dhiisan, isaan (niitiiwwan tun) ji’oota afuriifi guyyaa kudhan kophaa isaanii turuu qabu. Yeroo beellama isaanii gayan, waan isaan karaa gaariin lubbuulee isaanii keessatti hojjatan keessa badiin isin irra hin jiru. Rabbiin waan isin hojjattan keessa beekaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70