caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 165

Medina · revelation order 87 · 2:165

وَمِنَ ٱلنَّاسِ مَن يَتَّخِذُ مِن دُونِ ٱللَّهِ أَندَادًا يُحِبُّونَهُمْ كَحُبِّ ٱللَّهِ وَٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓا۟ أَشَدُّ حُبًّا لِّلَّهِ وَلَوْ يَرَى ٱلَّذِينَ ظَلَمُوٓا۟ إِذْ يَرَوْنَ ٱلْعَذَابَ أَنَّ ٱلْقُوَّةَ لِلَّهِ جَمِيعًا وَأَنَّ ٱللَّهَ شَدِيدُ ٱلْعَذَابِ

Oromo Translation - Gali AbaborNamoota irraas nama Rabbiin ala gabbaramoota (biraa) kan akka Rabbiin jaallatanutti isaan jaallatan godhatantu jiru, Isaan amanan irra jajjaboo jaalalaan Rabbiif. Warri miidhaa hojjatanu yeroo adabbii argan akka humni hundi kan Rabbii ta’eefi Rabbiinis (abbaa) adabbii cimaa akka ta’e, odoo arguu kan danda’an ta’anii (silaa gabbaramaa biraa hin godhatanu).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70