وَمِنْهُم مَّن يُؤْمِنُ بِهِۦ وَمِنْهُم مَّن لَّا يُؤْمِنُ بِهِۦ وَرَبُّكَ أَعْلَمُ بِٱلْمُفْسِدِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborIsaan irraa namoota isatti amanantu jira. Isaan irraas namoota isatti hin amannetu jira. Gooftaan kee badii hojjattoota akkaan beekaadha.