caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 39

Mecca · revelation order 51 · 10:39

بَلْ كَذَّبُوا۟ بِمَا لَمْ يُحِيطُوا۟ بِعِلْمِهِۦ وَلَمَّا يَأْتِهِمْ تَأْوِيلُهُۥ كَذَٰلِكَ كَذَّبَ ٱلَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ فَٱنظُرْ كَيْفَ كَانَ عَٰقِبَةُ ٱلظَّٰلِمِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborGaruu isaan waan beekumsa isaatiin hin marsiniifi waan hiikkaan isaa amma dura itti hin dhufiniyyi kijibsiisu, Warri isaan duraas akkuma kanatti kijibsiisan, Booddeen miidhaa raawwattootaa akkam akka ta’e ilaali.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70