وَإِن كَذَّبُوكَ فَقُل لِّى عَمَلِى وَلَكُمْ عَمَلُكُمْ أَنتُم بَرِيٓـُٔونَ مِمَّآ أَعْمَلُ وَأَنَا۠ بَرِىٓءٌ مِّمَّا تَعْمَلُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborYoo si kijibsiisan jedhi.“Anaaf dalagaa kiyyatu jira; isiniif dalagaa keessantu jira. Isin waan ani dalagu irraa qulqullaa’oodha; anis waan isin dalagdan irraa qulqulluudha”.