caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 4

Mecca · revelation order 51 · 10:4

إِلَيْهِ مَرْجِعُكُمْ جَمِيعًا وَعْدَ ٱللَّهِ حَقًّا إِنَّهُۥ يَبْدَؤُا۟ ٱلْخَلْقَ ثُمَّ يُعِيدُهُۥ لِيَجْزِىَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَعَمِلُوا۟ ٱلصَّٰلِحَٰتِ بِٱلْقِسْطِ وَٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ لَهُمْ شَرَابٌ مِّنْ حَمِيمٍ وَعَذَابٌ أَلِيمٌۢ بِمَا كَانُوا۟ يَكْفُرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborDeebiin hunda keessanii gara Isaati. Waadaa Rabbiin (beellamee dha)Dhugaa gochuus (isa godhe). Isatu uumuu jalqabee, ergasiis isa deebisa. Isaan amananii, toltuu dalaganiif haqaan mindaa isaaniif kennuuf (akkas godhe). Isaan kafaran waan kafaraniif jecha isaanif dhugaatii danfaa irraa ta’eefi adabbii laalessaatu jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70