caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 3

Mecca · revelation order 51 · 10:3

إِنَّ رَبَّكُمُ ٱللَّهُ ٱلَّذِى خَلَقَ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضَ فِى سِتَّةِ أَيَّامٍ ثُمَّ ٱسْتَوَىٰ عَلَى ٱلْعَرْشِ يُدَبِّرُ ٱلْأَمْرَ مَا مِن شَفِيعٍ إِلَّا مِنۢ بَعْدِ إِذْنِهِۦ ذَٰلِكُمُ ٱللَّهُ رَبُّكُمْ فَٱعْبُدُوهُ أَفَلَا تَذَكَّرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, Gooftaan keessan Allaah Isa samiifi dachii guyyoota jaha keessatti uumee, ergasii Arshii irratti (ol ta’iinsa isaaf malu) ol ta’eedha. Waan hundaa garagaggalcha. Araarsaan homaatuu hayyama Isaatiin booda malee hin jiru. Kun Rabbi Gooftaa keessani. aKanaafuu Isa qofa gabbaraa. Sila isin hin gorfamtanuu?
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70