caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Anfaal, Verse 26

Medina · revelation order 88 · 8:26

وَٱذْكُرُوٓا۟ إِذْ أَنتُمْ قَلِيلٌ مُّسْتَضْعَفُونَ فِى ٱلْأَرْضِ تَخَافُونَ أَن يَتَخَطَّفَكُمُ ٱلنَّاسُ فَـَٔاوَىٰكُمْ وَأَيَّدَكُم بِنَصْرِهِۦ وَرَزَقَكُم مِّنَ ٱلطَّيِّبَٰتِ لَعَلَّكُمْ تَشْكُرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborYaadadhaa yeroo isin muraasa, dachii keessattis hacuucamoo, namoonni (saamichaafi ajjeechaan) isin bubbutuu sodaattan, (Rabbiin) isin qubsiisee, tumsa Isaatiin isin gargaare,gaggaarii irraa isin soore akka isin galateeffattaniif.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70